I AM SHANE First

01/02/2026
25/01/2026
18/01/2026

🔴LIVE: SENEGAL vs MOROCCO - Africa Cup of Nations 2025 Final | Pes 21 Simulation Gameplay

Seenaa Gabaabaa Dr Kabajaa Artist Ali Birraa==================================Waggaa 60 Oliif Sirba irratti kan mooto'ee...
08/11/2022

Seenaa Gabaabaa Dr Kabajaa Artist Ali Birraa
==================================
Waggaa 60 Oliif Sirba irratti kan mooto'ee Dr. Kabajaa Artiist Ali Birra.

Amna waggaa 60maa kan Aliin Hujii muziiqa keeysa dabarseen, Aliin Roga guddina Aartii Muuziqaa Itiyoophiyaatiif gahe ol'aanoo gama isaa kan bahateedha.

Afaan oromoo dabalee Afaanoota biyya tanattii dubbataman 6 sirba qaqqaalii gara garaa kan sirbe Dooktarrii kabajaa Artiist Ali Birraan, Itiyoophiyaa dabree biyyoottan Afrikaa fi Awrooppaa gara garatti sirbii isa akka dhaga'amuuutu himama.

Caamsa 26, Bara 1948 Magaala Dirree Dhawaa, Iddoo Ganda Qoree je'amtutti kan dhalate Ali birraan, ijoollumma isaarraa ka'ee wagga 14tti gara sirba taphachuudhaa kan seene.

Barnoota sadarkaa 1ffa Dirree Dhawatti, kan lammaffa Finfinne mana barnoota katediraalitti fi Barnoota muziiqa ammoo Biyya Ameerkaa kollejji Saanta Monika je'amtutti hordofee jira.

Ali Birraa duraa bara 1954tti Bandii Afran Qalloo kheeysa hojjachuu kan jalqabe yoo ta'u gara finfinnee deemuudhaan dura "Orkestiraa kibur zebenya" kheeysa waggaa 3f, Ergas gara "Baandii
Aybeeks" seenuudhaan waggaa 8f hojjatee jira.

Aliin Hanga Lubbuun jirutti sirboota 267 ol sirbuun isaa ni himama. Afaan Oromoo, Afaan Amaaraa, Afaan Somalee, Afaan Hararii, Afaan Arabaa fi Afaan Afariin sirbaa haawwataa fi jaalatama ta'e baayyee sirbee jira.

Aliin dandeeytii meesha Muziiqaa taphachuudha kan akka Piyaanoo, Gitaaraa fi Uud je^amu dabalee dandeeyti cimtuu qaba. Biyyoota addunyaa 40 ol keeysa deemuudhaan Konseertii muuziiqaa gurguddaadhaas dhijeeysee jira.
..

Aliin Hanga lubbuun jirutti Badhaasoota gurguddaa gara garaa kan 50 ol tahan biyya keeysaa fi alarraa fudhatee jira.

Isaan kheeysaa muraasni ...

1. Yuniversitii Dirre Dhawaa fi Jimmaarra kennaa badhaasa Dr. Kabajaa yoo argatu;

2. Magaala Dirree Dhawaatti Parkiin akkasumaas Magaala Adaamattii Daandiin maqaa isaatiin moggaafameeti jira.

3. Motummaan naannoo Oromiyaa Hujii isaa tan roga muuziqaa oromootiin gum

08/11/2022

jalaala ama fi jartii sodaa💔🤣🙆‍♂️hordoftoota Ko Baga nagaan Dhuftan ❤️💚❤️🙏Oromo to YouTube CABA ...

Adeeroo Dr.alii birraa rabbiin jannataan siha qananiisu انا لله وانا اليه راجعون اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه ووس...
08/11/2022

Adeeroo Dr.alii birraa rabbiin jannataan siha qananiisu
انا لله وانا اليه راجعون اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه ووسع مدخله واكرم نزله
Nu hunda booddeen teenya tanuma qophaawa khaatima nuha bareechu🤲🤲

Namnii Muslima Tahe Tokkoo irreechaAkkamitti ilaalu Qaba?Gaafii Deebisa
03/10/2022

Namnii Muslima Tahe Tokkoo irreecha
Akkamitti ilaalu Qaba?Gaafii Deebisa

Namnii Muslima Tahe Tokkoo irreecha Akkamitti ilaalu Qaba?Gaafii Deebisa hordoftoota Ko Baga nagaan Dhuftan ❤️💚❤️🙏Oromo to YouTube TUBE ...

✅ !!! 🛑       keef kallachadaandii bilisummaa gachana koo
26/08/2022

✅ !!!
🛑
keef kallacha
daandii bilisummaa
gachana koo


# #

Address

Sanaa
967

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when I AM SHANE First posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category