Jalataa Lammii

09/07/2022

Oromo Studies Assoication
====================
Waldaa Qorannoo Oromoo

05/07/2022

As wr WB

02/07/2022

Jaala kiyya qaalii namaa
Kan sabakeef jiraattee
Duraan yoo manaa baatee
Wareegamaaf of laattee

Goonni Umurii dheeraa hin qabu
Seenaa dheeraa qaba malee
Yoo jiraatteef siif gammannee
Deemtus nagaa dhaammannee

Akkumati sabaaf qabsoofte
Anis ilma gandaa mitii
An kanas hin jedhu sana
Hangan addaan barutti

Anaa haanyaatuun kankee
Caba kiyya hin deebisuu
Gumaa kankee baafachuudha
Madaa keenya kan fayyisuu

Address

Riyadh

Telephone

+966536062280

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jalataa Lammii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Restaurant

Send a message to Jalataa Lammii:

Share