Garuma Batiri

Garuma Batiri . ✍️✍️ We serve the heart of God!💚

“Ammas Waaqayyo waan abaabilii keenya abdachiise akka raawwate misraachoo isinitti in himna;”  — HoE. 13:32
08/08/2026

“Ammas Waaqayyo waan abaabilii keenya abdachiise akka raawwate misraachoo isinitti in himna;”
— HoE. 13:32

🤙Qabeenyichaam💌💯🙏          Gayiiz👈👏💪
07/08/2026

🤙Qabeenyichaam💌💯🙏
Gayiiz👈👏💪

Dhaloonnis qabeenyaa    Qabeenyi immoo dhalootaan mul'ata.   # Obsa Man.💌
06/08/2026

Dhaloonnis qabeenyaa
Qabeenyi immoo dhalootaan mul'ata.
# Obsa Man.💌

✍️Warri Amaariffaan Comment naaf barreessitan biyyi nagumaaree🤝🫱🫲🤚
04/08/2026

✍️Warri Amaariffaan Comment naaf barreessitan biyyi nagumaaree🤝🫱🫲🤚

“Namni muka harbuu dhaabu ija isaa in nyaata, namni gooftaa isaa eegu ulfina in argata.”  — Fak. 27:18
04/08/2026

“Namni muka harbuu dhaabu ija isaa in nyaata, namni gooftaa isaa eegu ulfina in argata.”
— Fak. 27:18

Akkam bultaan.!
04/08/2026

Akkam bultaan.!

“saba koo caccabsuun keessan, hiyyeessotas cunqursaa guddaadhaan yeellaasisuun keessan kun maal jechuu keessan?" jedha W...
03/08/2026

“saba koo caccabsuun keessan, hiyyeessotas cunqursaa guddaadhaan yeellaasisuun keessan kun maal jechuu keessan?" jedha Waaqayyo gooftaan maccaa.”
— Isa. 3:15

03/08/2026

“Namni qajeelaan ija hojii isaatti gammaduuf waan jiruuf, gammadi ittiin jedhaa!”
— Isa. 3:10
BAGA ITTIIN ISIN GAHE.💚💝💯

Hayyuu keenyaa Obboo Lataa Dhaabaa umurii nuuf dheeraadha.   Hayyuu akkasii Wajjin lafa hojii ofii ooluun Carroomuudha.❣...
03/08/2026

Hayyuu keenyaa Obboo Lataa Dhaabaa umurii nuuf dheeraadha.
Hayyuu akkasii Wajjin lafa hojii ofii ooluun Carroomuudha.❣️
Lafa Nagaa oolaa.!

Address

Ambo
Addis Ababa
12.KAKUU

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garuma Batiri posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Restaurant

Send a message to Garuma Batiri:

Shortcuts

Share