Kaho na pyaar

Kaho na pyaar Yaa Rabbin

19/09/2022

Ka Salaataniif, ka Soomananiif, ka dirmachiifatan, ka qodhaa godhaniif, ka gorra’aniif, ka yaammatanii kadhataniis Rabbuma. Kan addunyaafi Aakhiraa, jireenyaafi du’a, Jannataafi Azaabaas harkaa qabu Rabbi. Kan gannaa bonatti nu ceessise, kan dhukkubaa fayyaatti geesse, kan hiyyumaa durummaatti nu fidu, kan gabrummaa bilisummaa nu badhaasu Rabbuma. Kana hunda Anbiyaan, Jinniin, Malaa’ikaan, Mukaafi Dhagaanis nuuf godhuu hin dandahan, kanaaf Rabbi qofa gabbarra. Rabbi ammoo karaa ifii keenyaa bocanne ykn aadaa abbootarraa dhalleen osoo hin taane, karaa Nabi Muhammad s a w nu barsiise qofaan gabbarra. Islaama malee amantiin tuun marti Rabbi biratti fudhatama hin qabdu. Gaafa karaa Islaamaa dhiisnee karaa biroo qabanne, gaafa gorsa Shari’aa dhiisnee gorsa birootin Rabbitti dhihaatuu yaadne Shirkii hojjanne jechuudha. Shirkii jechaan Rabbii tokkicha cinaa waa godhanii gabbaruudha, galata Uumaaf male uumamaaf kennuudha.


*(Yaa Muhammad) Dhugatti gara Keetii fi gara warra Si dura tiraniittiis “yoo Rabbi waliin waan biroo gabbarte dalagaan kee ni bada, warra hoongawan irraa taata” jechuun Wahyiin godhame

Address

Egypt
Dubai

Telephone

+251960002709

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaho na pyaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Restaurant

Send a message to Kaho na pyaar:

Share