Singer Fekre Gamada page

Singer Fekre Gamada page Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Singer Fekre Gamada page, Kibre Mengist.

28/01/2025

Sii leelisuun Koo yoomillee itti fufaa

Afaan dudubaateef beekaa hin taatuuCalsteefi wolaalaa hin taatuu beeki
28/01/2025

Afaan dudubaateef beekaa hin taatuu
Calsteefi wolaalaa hin taatuu beeki

12/01/2025

Atti waaqa dada mara nuu sii Yamna yoma mara

Hordoftoonni amantaa kirstaana hundii kessaanu baga ayyaana yadaannoo dhalachuu iyeesusi kirstoositiin nageeyaan dhaqabd...
07/01/2025

Hordoftoonni amantaa kirstaana hundii kessaanu baga ayyaana yadaannoo dhalachuu iyeesusi kirstoositiin nageeyaan dhaqabdaane

06/01/2025

Yeesuusi nuuf dhalateeraa
Gutuu isaa YouTube fikire gemeda

Waan tokkottu hiribaa kessaa anaa jiruun saatii 10:00 gara kiyyaa dhufee baarreesuuf naa dirqaamisiise Biyya lafa kana g...
28/12/2024

Waan tokkottu hiribaa kessaa anaa jiruun saatii 10:00 gara kiyyaa dhufee baarreesuuf naa dirqaamisiise
Biyya lafa kana gaafa ilaaltuu waan baay'eettu abdii nama kutaachisa; gafa atti hin qabnee ebbeluun suni hiyyeessa luqaasa lukkuu Luka lamaatu hin qabu namaan jedhu,gafaatti hojjaatte, ifaajjee ,xaartee argatu duri essaa jiraa Amma essaa bahee jedhaane hamii siraatti baayisuu ykn faalfalate ;qoorixii muraate jedhee waan Kee oddeessu egaala,kanaafu atti nama abdiin waaqa kadhaatu Kan hoojii Kee waaqi beekuu yoommuu taatee jabeessi kaa durii caala waaqa Kee kadhaadhu ,:ammoo ifii waan tokko beeki gaafa namni sibiraa ,ollaan Kee,woorrii Kee ,waan Kee dudubaachu egaaltu tarkaaffiin Kee sii dabalameraa ,๐Ÿƒ๐Ÿฟ๐Ÿƒ๐Ÿฟ๐Ÿƒ๐Ÿฟsani beekiiti waaqa Kee galaatefadhu โ€ข
Waan jedheefi anattuu beekaa!!!

15/12/2024

Magalaa qulqulittii waqayyoo biraa bantii waaqa kessaa๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ™

Gaafa waaqi jedhe galmee Kee laalamaa
03/12/2024

Gaafa waaqi jedhe galmee Kee laalamaa

02/12/2024

Badhaneera sitti amanerโค๏ธโค๏ธโค๏ธ๐Ÿ™๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

Faarfataan dasitaa baarisoo Kan akka malee jalannuu kunoo faarfannaa mata duree isaa naraasu jedhu qabatee dhufee jiraa ...
19/11/2024

Faarfataan dasitaa baarisoo Kan akka malee jalannuu kunoo faarfannaa mata duree isaa naraasu jedhu qabatee dhufee jiraa baga nagaaya dhufte dasuu

19/11/2024
18/11/2024

Linkin YouTube kiyyaa kunooti seenaa subskrube:sher;like godhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ
https://www.youtube.com/

Address

Kibre Mengist

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singer Fekre Gamada page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share