Halaa yeroo

Halaa yeroo tokkumman humana

namaa gadisiisaa wa'een  # Galate burka
10/06/2025

namaa gadisiisaa wa'een # Galate burka

27/05/2025

IRRAA-NU-HAA -BARAARUU!!
===============================
♦ Barataa Barsiisaa Arrabsu!
♦ Wallaalaa Hayyuu Gorsu!
♦ Haadha Ilmoo Hamattu!
♦ Buqqee Dhagaa Cabsu!
♦ Soba Dhugaa Caaltuu!
♣ Kaayyoo malee jiraachuu!
♣ Eenyummaa ofii dagachuu!
♣ Qomoo caalaa alagaa abdachuu!
♣ Daba namaratti hojjechuu!
===========================
♠ Haqa nama dabsuu!
♠ Angafa ofii arrabsuu!
♠ Ofiin of xiqqeessuu (Of salphisuu)
♠ Arrabaan dhadhaa baqsuu(fakkeessuu)
================================
♦ Bahanii karaatti hafuu!
♦ Sobaan of afuufuu(oftuuluu)!
♦ Oduu oliif gadi Oofuu!
==========================
♣ Bekanii wallaaluu!
♣ Diina tajaajiluu!
♣ Dubbii waliin sakaaluu(baalleessuu)!
Diina ofii wallaaluu!
♣ Faayida malee utaaluu!
♣ Argatanii dhabuu!
♣ Yakka malee hidhamuu!
♣ Maanguddoon abbaramuu!
==================================
♥ Jaalatanii dhabuu!
♥ Sobaan namaan falmuu!
♥ Bakka gadheetti argamuu!
♥ Araada badaan qabamuu!
♥ Alagaan dhitamuu(Garboomuu)!
♥ Firaan dararamuu!
_yaarabi nuraaqabi nidandeessaa
♡Fira diina caalu ( qoreebishaan keessaa)
♡ilma abbaa laalu (lafee laagaa keessaa)
♡hiriyaa sobaa (Bofa afaakeessaa)
================================
IRRAA NU HAA BARAARUU!!

27/05/2025

Akeeka Jireenyaa beekudhaan Jiraachuu
▬▬▬▬▬▬▬▬
▶️ Namni akeeka uumameef qaba.
↘️ Jechi "akeeka" jedhu, yaada sammuu uumaa (creator) keessatti dursee kan bocamuudha. Sana booda gadi baafamee ijaan mul'ata.

▶️ Wanti ijaan mul'atu, wanta ijaan hin mul'anne irraa dhufe,... Fkn, Namni komputera hojjate tokko dursa fakkaattiin kompiterichaa sammuu isaa keessatti bocama. Sana booda akkuma bocame sanatti ijaan kan hin mul'anne gadi baafamee yoo hojjatamu,... Bareedee namatti tola.

↗️Faayidaa yookin akeeka komputerichi sun uumameef hunda caalatti kan beeku isa uume sanadha.

↪️ Akeeka wanti tokko uumameef hin beeknu taanan dogoggorri itti fayyadamiinsaa ni uumama.

🚩 Akeeka wanti tokko uumamuuf beekudhaaf Jalqaba irratti,... Isa uume sana gaafachuudha.

🎓 Namni gaafa uumamu waan uumameef qaba. Itti yaadamee uumama hundumaa keessaa adda ta'ee kan uumameedha. Aangoo olaanaan kan itti kenname dhala namaati.

▶️ Namni akeeka jireenyaa hin beeku jechuun jireenya hin jiraatu jechuu miti,... haalli jireenyaa garuu adda adda dha.

▶️ Kan kaayyoo uumameef beeku gara sana fakkaatee garri kunis ana hin hafinii dhaan bara ofii waan beekamaa fi bu'a qabeessa hin taanetti xumura utuu hin ta'in xiyyeeffannoodhaan hojjetee milkaa'a.
✓Galatooma
Yoo sitti tolee Share gochuu hin Dagaatin

07/04/2025
31/10/2024

Address

USA
Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Halaa yeroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category