Zuuuuu

Zuuuuu Jaalalaaf malee jibbaaf Bakka hin Qabnu
My heart haala madiriid 💯🫶👏👏🇹🇷🇹🇷🇹🇷

full time 🥰💚
22/03/2026

full time 🥰💚

3-2 Real Madrid.GOOOOOOOOOOOOOOOLLLLLLLLL VINICIUS JR !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! WHAT A BEAUTIFUL GOAL !...
22/03/2026

3-2 Real Madrid.

GOOOOOOOOOOOOOOOLLLLLLLLL VINICIUS JR !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! WHAT A BEAUTIFUL GOAL !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! GOLAZOOOOOOOOO !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  jaalatamtoota kiyya hundi keessanuu kan fago fi dhiyootis baga ittin isin gahee Eida gammachuu fi milkii isinif haa go...
20/03/2026

jaalatamtoota kiyya hundi keessanuu kan fago fi dhiyootis baga ittin isin gahee Eida gammachuu fi milkii isinif haa godhuu Warra baranaa kan bara hedduu nuhaa taasisu

17/03/2026

Nabi Muhammad irratti Salawaata Buusuun Raahaa Qalbiiti.💚ﷺS A W🥀

27/02/2026

Rabbiin Zalaalamitii Hulaa Ciinqii Isiinirra Cuufee Hulaa Milkii Isiinif Ha Banuu🤲

26/02/2026

Halkan Jum'a. Ergama Rabbii Nabi Muhammadﷺ .Irraatti Salawata Buusu Baay'isaa❣️

26/02/2026

Carra Qabessa Namaa
Jechun Nama Jannata
Kessatti Olla Nabii(ﷺ)
Taheedha❣️

Ija  isaanii iraa maaltu  isiniti mul'ata ayi singilummaa 🥹
20/02/2026

Ija isaanii iraa maaltu isiniti mul'ata ayi singilummaa 🥹

20/02/2026
Happy wedding day ❤️🥞🥗Bagaa wal futaan Isiin lachuu 😘❤️Isiniif haa ta,uu Kan gammachuu Argadhaa milkiiBiyaa lachuuHiriya...
09/11/2025

Happy wedding day ❤️🥞🥗
Bagaa wal futaan
Isiin lachuu 😘❤️
Isiniif haa ta,uu
Kan gammachuu
Argadhaa milkii
Biyaa lachuuHiriyaa Picturesres
Argadhaa ilmaan
Kan diniif ta,uu
Rabii isiniif ha kenuu
Wan isiniif ta,uu
Horaa bullaa mayraa dagagaa daraaraa
Hiddaan jabaadhaa
Arii waliin filadha 😘😘
congratulations🎊🌹 🌹🌹
Baga gamaddee hiriya ko

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zuuuuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share